Hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa olaanoon haala waqtaawaa biyyarratti guyyaa mariโata jiru.
Mootummaan dirqamaan kan itti seenee waraanaa birmadummaa boqonnaa jalqabaa injifannoo xumuruu hordofee, injifannoon hunda galeessaan argamee eeguun nageenyaa waaraa gara misoomaatti ceesisuurratti kan xiyyeeffatee mariin gaggeeffameera.
Injifannoo argamee hordoofee qormaatileeย siyaasaan, diinagdee, namoomaa fi nageenyaa dhufuu dandaโaan dandeettiin furuu fi sirnaan hogganuun xiyyeeffannoo walqixaa ni argatu jedhameera.
Tokkummaan biyyoolessaa adeemsa waraanaa birmaddummaa keessaatti argamee muuxannoo gurmaaโinsaan hojjechuu, kayyoo tokkoof waloon hojjechuu, murannoo hirmaannaa hunda galeessaa hoggansaa, badhaadhinaa hunda galeessaa Ityoophiyaa bifa eeguuf dandaโamuurratti hoggansi olaanaa gadi fageenyaan ni mariโatan eegama.
Marichi walitti fufuunsa guyyoota sadiif kan gaggeeffamu taโuu ragaan Paartii Badhaadhinaarra argamee ni muulโdhisa. via FBC