Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuunย gaafataniiru.
Seenaa Muuziqaa Oromoo fi Ityoophiyaa keessatti ashaaraa guddaa kan qabu, nama aartii jaalatamaa fi qabsaaโaa bilisummaa Doktora kabajaa Artist Alii Birraa mana jireenya isaatti argamuun daawwachuu kootiif gammachuun natti dhagaโameera jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniif.
Artist Alii Birraaf fayyummaa gaarii hawwaaniiru.
(FBC)