(FBC) โ Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Baankii Qonnaan Bultootaa biyya Neezerlaandi Raaboo Baank waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Raaboo Baankiin waggoota 128 dura qonnaan bultoota biyya Neezerlaandiin hundeeffame yoo taโu, harโa biyyoota 38 keessatti seektara qonnaarratti hojechaa jiraachuu eerameera.
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaas baankii kana waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessuu ragaan fuula baankichaarraa argame ni mulโisa.
fbc