Oromiffa
(FBC) โ Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Baankii Qonnaan Bultootaa biyya Neezerlaandi Raaboo Baank waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. R...
Baatiwwan torban darban oomisha Avookaadoo alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1.6 argamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Oomisha ...
Ityoophiyaan ibsa Liigiin Arabaa Ijaarsa Hidha Guddicha Haroomsa Ityoophiyaa fi guutinsaa bishaanii irratti baase kan hin fudhanne taโuu ibsiteer...
Raashiyaan Kiiyeviin dabalatee magaaloota Yuukreenirratti haleellaa Misaaโeelaa raawwachuu aangaโoonni Yuukreen beeksisan. Haleellaa kanaan dhaab...
Waamichi araaraa qaama hidhatee bosona jiruuf jiโa tokko dura gama mootummaatiin taasifame lammiilee biyyattiitti keessumaa kanneen booraโuu nage...
(TOI)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha jechuun Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan giddugala ijaar...
Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baabbileetti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 4 olitti tilmaamamu toโatamuu Poolisiin Godinichaa beek...
Waamicha mootummaan qaamoleen seeraan ala sochoโan karaa nagaan harka akka kennataniif taasiseen Aanaa Booraatti miseensonni Shanee nageeny...
(FBC) โ Manni Maree Ministirootaa walgaโii Ariifachiisaa 2ffaa guyyaa harโaa gaggeesseen turtiin labsii yeroo ariifachiisaa akka gabaabbatu...
Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni Oromoo karaa dogoggoraan farrummaa garee shororkeessaa shaneetti osoo hin hubatiin itti makaman hundi ka...
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuunย gaafataniiru. Seenaa Muuziqaa Oromoo fi Ity...
Waajjirri Simannaa Kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii Maree biyyaalessaa hundaaโuu ibsameera. Manni Maree Bakka Buโoota Ummataa walga...
Hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa olaanoon haala waqtaawaa biyyarratti guyyaa mariโata jiru. Mootummaan dirqamaan kan itti seenee waraanaa ...
Wareegamni Ajajni Kaaba lixaa Adda Gaashanaatti raawwate bara baraan ni yaadatama jechuun Etaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa ...
Yaaโii Waliigalaa Dhaabbata Turiizimii Adduunyaa 24fa Ispeen, Magaalaa Maadriiditti taaโameen Haroon Wancii naannawa turiizimii bara 2021 ALA fil...
Abbootiin Gadaa Sikkoo- Mandoo dargaggoota Godina Arsii miseensa Shanee taโanii bosonatti galuun diina waliin turan dhiifama gaafachuun hawaasatt...
Injifannoon Baahaa fi Lixaatti argamee giddugala biyyatti akka irra deebiโuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad himaniiru. Muummeen Minis...
Preezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obboย Shimallis Abdiisaan qeerroo fi qarree Oromoof Waamicha dabarsaniiru. Ummanni Oromoo yeroo biyyi r...